Numbers 15:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Handaari sunini seera kiyya ch'ufa isani qaabsise, isani nama kiyya qulqullo tatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ajaja kiyya maraa akka yaadattanii fi akka raawwattan, Rabbii keessaniif woyyoota akka taatan, wonti isin handaara uffata keessanii irratti gootan sun akka mudhatu godhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isin ajaja kiyya maraaf ajajamiisa hin qaabattan; ana Waaqa keessaniifille hin woyyoontan.