Numbers 15:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase Waaqa keesani tahe. Anini AABBO, Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waaqa keessan ka biyya Misiriitii isin baase› » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan, ka Waaqa isinii te'iisaaf biyya Gibxi'ii keessaa isin baase; ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jedha› jedhiin» jedhe.