Numbers 15:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja korma looni aka sorio gubani yokhaani aka sorio kakhuuni guutani yokhaani sorio wold'ageeti AABBO Waaqaa baasani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa ciincawuuf yookaan ciincaa biraatiif yookaan woreega kennu'uuf waadaa galtan yookaan ciincaa fayyumma'aatiif yoo jibicha Rabbii qopheessite jibicha woliin
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa gubamuuf yookiin ciinca'aaf, kennansa addaa yookiin kennansa tokkumma'aa dardara tokko ana Mootii Waan Maraatiif yennaa dhikeessu,