Numbers 16:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani Dathanifi Abiramu ilmaani Eliabu gayaame, ammo worri ind'umnu jed'e jalaa dide
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen ijoollee Eeliyaabii Daataanii fi Aberooniin akka waaman erge; isaan garuu, «Hin dhufnu» jedhan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen ilmaan Eliiyaabii Daataanii fi Abiiramitti ergee waansise. Isaan ammoo, «Nuuti hin dhunnu;