Numbers 16:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Aka atini lafa Misiri ta aananifi dammi aka lola yayu keesa nu baafte lafa aloo tana keesati nu hobaafte waan diqo seeta? Ammalle atini hayyu nuti tahu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa gammoojji'ii keessatti nu fixu'uuf ka biyya dammaa fi aannan baaftuu nu baafte si hin gayuu? Deebitee nu irratti uf moosiftaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati lafa aananii fi dammaa keessaa nu baachee goomolee keessatti nu ijjeesiisaaf ka as nu fidde si hin geettuu? Ammalle nu irratti goottaa te'iisaaf barbaaddaa?