Numbers 16:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle atini lafa aananifi dammi aka lola yauni nuu ind'ufne, yokhaani oobru mid'aanitifi ta zabibu nuu inkennine duuba atini amma tana waan nu sobdu seeta? Nu ind'umnuyu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati lafa biyya dammaa fi aannan baaftutti nu hin galchine maasa'aa fi woyinii nu hin dhaalchifne; ati nu sobuu barbaadda; eeganaa nu gara kee hin dhufnu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa aananii fi dammaatitti nu hin galchine yookiin ficha'aa fi lafa woyni'ii nuu hin kennine; ati ballaa nu seetaa? Lakkii, nuuti hin dhunnu» jedhane.