Numbers 16:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani guddo dallane waan AABBO Waaqaani jed'e, Waan worri kunini sii baasu tokole ee jette imfud'atini. Anini worra kana tokole iti iwollaalle, yokhaani taka harrele iraa infud'anne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen guddisee aaree Rabbiin, «Gara kennaa isaanii hin laalin; ani isaan irraa harree takkattiillee hin fudhanne; isaan keessaallee nama tokkollee hin miine» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen guddoo aaree, Mootii Waan Maraatiin, «Ati kennansa isaanii hin fudhatin. Ani harree tokkolle isaan irraa hin fudhanne yookiin isaan keessaa nama tokkolle hin miine» jedhe.