Numbers 16:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami ch'ufti ha daboola isaa ka ibida fud'ate, hit'aana gubbaa kaye, AABBO Waaqa duraani d'ufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin maruu girgiraa keessan fuudhaa hixaana itti buusaa'a; isin maruu girgiraa keessan Rabbiin afoo girgiraa dhibba lamaa fi shantamaa fidaa'a atii fi Aaroonillee girgiraa keessaa fidaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti keeti martinuu girgiraa ifii qabatanee, hixaana itti naqatanuu ti; wolumatti girgiraa dhibba lamaa fi shantama, Mootii Waan Maraa dura dhikeessanuu ti; atii fi Aaronille dhikeessa'a» jedhe.