Numbers 16:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kana ira fagaad'a, anini amuma tana worra balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mara isaaniituu haga limsuu ijaa keessatti isaan balleessa; banii kana jiddu'uu baya'aa achi siiqaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ammuma akka isaan balleessu, isin wolde'a kana irraa adda baya'a» jedhe.