Numbers 16:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan gumiini jed'e, Waaro worra ch'ubbicha kana hanqad'a waan worra tokole inqabatina; hojja qabattani worra woliini isani balleesani maro ch'ubbu worraatifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bani'iin «Yabo'ootii daasee worra haammeeyyi'ii kana irraa siiqaa'a; isin cubbuu isaaniitiin akka hin banne waan isaanii maraa hin tuqinaa'a» jedhee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wolde'a ifi eeggachiisee, «Dunkaanii namoota jallaameyyii kanaa irraa fagaadha'a! Waan isaanii hin tuqina'a; yoo akkas hin te'in sababa cubbuu isaanii maraatiif isaan woliin hin baddan» jedhe.