Numbers 16:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri kunini akuma qara duri nami duu duu, ka wonti d'ibiini worrati intahini, AABBO Waaqi na inergine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kunniin uduu hin adabamne du'a eennullee du'u yookaan yoo akkuma namoota kaawwanii hin qoomamin Rabbi na hin ergine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti kun akkuma nami martinuu du'u yoo du'ane yookiin wonni nama irratti te'u callaan yoo isaan irratti teete, Mootiin Waan Maraa na hin ergine.