Numbers 16:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini ch'ufti Musafi Haruni durati wolti d'ufe waan jed'eeni, Isani ya waan ch'ufa keesa dabartani! Gumiini tunini ch'ufti ta AABBO Waaqati, Waaqileeni nu ch'ufa wolumaani jira, Duuba atini, Musa, maanifi gumi Waaqa tana ch'ufa ira ufi olfuuta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuse'ee fi Aarooniin biratti wal gayanii «Baniin maruu woyyu'u; Rabbi isaan jidduu jira; isin maaf banii Rabbiititti uf jajjan?› » Jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Muuse'ee fi Aaron mormiisaaf wolitti qabamanee dhufanee, isaaniin, «Isin ijjumaa bira dabartane! Kolbaan duudiinuu woyyoota; tokko tokkoo isaaniituu Waaqi isaan woliin jira; maarre isin maaf wolde'a Waaqaa irratti ol ifi qaddan ree?» jedhane.