Numbers 16:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worraafi wonti worri qabu ch'ufti, ka lubbu qabu, fulla ekherati gabuani. Duuba lafti wolti deebite, worra lafaa d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanii fi wonti isaan qaban maruu uduma lubbu'uun jiran gara ibidda asaabaa bu'an; laftillee isaan liqimsitee isaan irratti cufamte; isaan akka kanaan banii keessaa hennaa san fooyamanii badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan jiru'uun addee worri du'e jirutti waan qabanu mara woliin gad bu'ane; latti itti cufantee, isaan kolbaa keessaa badane.