Numbers 16:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini Israeli ta d'aatu jirtu iyyana worra d'ageennaani baqatte waan jette, Baqad'a, aka lafti nule iliqimsine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii ka naannoo san jiran maruu sababaa isaan guddisanii iyyaniif lafti akka nu hin liqimsine jedhanii hulee sanii dheessan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan israa'elii ta adaala isaanii jirtu marti, iyya isaanii yennaa dhageette, «Latti nu'ulle hin liqinsiti fa'a» jettee baqatte.