Numbers 16:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi nama d'ibba lamafi shantama ka hit'aanaani d'ufe kaani ibidaani gube hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ibiddi Rabbiin biraa bu'ee namoota dhibba lamaa fi shantamaa worra hixaana aarsan fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibiddille Mootii Waan Maraa biraa dhufee namoota dhibba lamaa fi shantama, worra hixaana aarsiisatti jiru muxuqi godhe.