Numbers 16:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaallichi Eleazarini daboola ibida suni guure biyyaani tuma ballisa jed'e, aka waan mesa fakaata suniti mat'ansani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf gadichi Alaazar girgiraa sibiila diimaa irraa hojjatame ka namoonni gubatan sunniin dhiyeessan fuudhee tumee baxxeessee hulee ciinca'aatitti maxxanse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Ele'azaariin hayyichi girgiraa sageettuu irraa hujamane, ka namooti gubatanee fixamane hixaana itti aarsane san fuudhee, hephelleessee tumee addee ciinca'aatiif gonfaa godhe.