Numbers 16:45 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi tana hanqad'a, anini maruma tokotu worra ibidaani balleesa! Worri lachu gajejed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii kana jiddu'uu baya'aa achi siiqaa'a; amma haga limsuu ijaatitti isaan balleessaa» jedhe. Isaan ammo kallachaan gad kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ammuma akka isaan fixuuf isin wolde'a kana irraa fagaadha'a» jedhe. Muuse'ee fi Aaron fuulaan lafatti gad gombifamane.