Numbers 16:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harunini ee jed'e, daboola isaa ka ibida kaani fuud'e, jiddu gumi wolti baate taani keesa utaale. Aka ch'iisi d'ukuba hamani kaani biyya d'aqabe arge jennaani, hit'aana ch'ile ira buuse gumi qulqulleese aada guutefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroonillee akkuma Muuseen itti hime girgiraa hixaanaa fuudhee banii jidduu fiige; henna inni banii keessa seenu balaan jalqabameera; inni girgira'atti hixaana buusee bani'ii araarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Aaron akkuma Muuseen ajaje, girgiraa fudhatee, addee balaan jalqabeeru san rukkisee wolde'a odduu seenee, hixaana aarsee, cubbuu kolba'aatiif gumaa cubbu'uu tolche.