Numbers 16:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan Korafi goli isaatini jed'e, Bori diirama AABBO Waaqi nama isaa nu agarsiisa; inni nama isaa ka fohate ee jed'a aka inni isa dura d'ufu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qore'ee fi gosa isaa marattuu «Boru Rabbi nama isaaf fooyame, woyyuunillee ennuun akka ta'e nutti beessisa; nama filatamellee gara ufii dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen Qoraahii fi hordofattoota isaa maraan, «Boru barii Mootiin Waan Maraa ka isaa eennu akka te'e, woyyichille eennu akka te'e hin mudhisa; nama san gara ifii hin fida; inni nama filatu san gara ifii hin dhikeessa.