Numbers 16:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka Waaqi Israeli gumi taani ch'ufa keesa isani fohate, aka isani isati d'uftani, huji AABBO Waaqa Waaro Woyyuma keesati hojattani, gumi dura ejitani waan diqo seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin worri Rabbi banii Israa'elii keessaa isin filate mana woyyuu Rabbii akka ijaartanii fi akka hojjatan, banii afoo akka dhaabattanii fi ka Rabbi gara ufii isin dhiyeesse isin hin gawuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Israa'elii isatti dhikaattanee hujii dunkaanii dhugaa bayaa ta Mootii Waan Maraa akka hujjanuuf, kolbaa dura dhaabbatanee akka isaan tajaajiltanuuf, kolbaa Israa'elii keessaa adda isin baasuun isaa isinitti diqqaattee ree?