Numbers 17:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Ule Haruni deebisi, Sanduqa Wold'aqisa dura kayi. Uleeni tunini ha nama Musani morke akheekha taatufi, aka yo worri gungumsu lakisu baatu duu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Isaanillee ulee Aaroonii arganii gara daasee wol gayi'ii deebi'anii akka isaan natti guguungumanii hin duune namoota natti ka'an maraa malkata taatee haa eeggamtuu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Worra finqila'aaf beessisa akka teetu, ulee Aaronii Saanduqa Gondooro'oo duratti deebisi. Tun isaan na irratti gungumanee akka hin dhumanne gooti» jedhe.