Numbers 17:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini gumi Israelitini jettu, ule kud'ani lama, toko tokooni gosa kud'ani, lama ta Israeli iraa fuud'i. Duuba maqa jaarole kud'ani lama, ta abbooti ule suni, irati t'aafi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; mana isaaniitii fi manniin abboota isaatii ulee tokko tokko, manniin bulchoota isaaniitii uleewwan kudha lamaa fuudhii uleewwan maraa irrattuu maqaa isaanii barreessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Israa'elootatti himiitii, sooressitoota gosa abbootii isaanii ta durii irraa ulee tokko tokko wolumatti ulee kudhanii lama fuudhiitii, ulee nama tokko tokkootuu irratti maqaa isaa barreessi.