Numbers 17:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani ule taani ch'ufa, Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa dura, Waaro Woyyuma keesa, kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akka kanaan ulee maraa daasee wol gayi'ii ka raga'aa afoo kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen uloota san dunkaanii dhugaa bayaa keessaa Mootii Waan Maraa dura keye.