Numbers 18:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Harunini jed'e, Siifi ilmaani teetifi gochiti Lawi ch'ufti gaargala, wollaala huji Waaro Woyyuma gula d'ufu ch'ufa, fud'achu maltani; ammo siifi ilmaani tante ch'allati gaargala, wollaala huji qaalluma gula d'ufu, fud'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Aarooniin akkana jedhe, «Ati ijoolleen teetii fi horteen mana abboota teetii si woliin mana woyyuu ka hujiin keessatti raawwatamu isintu itti gaafatama; waan cubbu'uutiif ammo si'ii fi ijoollee teetitu itti gaafatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Aaroniin, «Atii fi ilmaan teeti, maatiin abbootii teetii ta durii yakkaa addee Woyyittii keessatti hujjaneef itti gaafatantan; yakkaa tajaajila hayyumma'aatiif ammoo si'ii fi ilmaan teeti qofatti itti gaafatama.