Numbers 18:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana isani nami d'iira ch'allaani fulla qulqullooti nyaad'a; aka waan qulqullooti herega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee woyyu'utti nyaadhu; dhiirti maruu haa nyaatanii; woyyuu sii ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee Woyyittii keessatti waan kana mara nyaadhu; dhiirti marti waan kana nyaattuu ti; wonni kun si'iif woyyu'u.