Numbers 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaani wolti, wonti d'ibiini ta worri Israeli naa baasu ch'ufti teesanuma. Anini waan kana siifi ilmaani tante ta d'iiratifi ta uwale haga bara ch'ufa kenna. Nami worra keeti qulqullooni ch'ufti ha nyaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kennaan kunillee keeti; kennaan kunniin kennaa kee kennaa ijoollee tee ta dhiiraatii fi ta intalaatii baraa haga bara baraa kenneera. Namni mana keetii ka woyyuu ta'e maruu haa nyaatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kennansi tachoofamu ka Israa'elooti dhikeessitu marti keeti te'uu ti; ani si'iif, ilmaan teetii fi ijoollee durraa teetiif qooda yennaa maraa akka te'u kenneera. Nami mana keeti keessa jiru ka akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu te'e marti nyaatuu hin dande'a.