Numbers 18:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini sagale, sagale ira dansa, ta worri Israeli ganna ch'ufa naa baasu, sii kenna; d'ad'a, daad'i, mid'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daraaraan Rabbiif kennamu ka duraa dhadhaa'a; woyinii irraa, kennaa midhaanii keessaallee ka filatame maraa sii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Zayitii ejersaatii fi daadhii woyni'ii keessaa ta caaltu, midhaan mata'aa keessaa ka caalu, ka Israa'elooti ana Mootii Waan Maraatiif kennane ani sii hin kenna.