Numbers 18:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani qara, ka worri oobru ufi keesa AABBO Waaqaa baasu, ch'ufti keesani. Nami worra keeti qulqullooni ch'ufti ha nyaatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daraaraan lafaa ka isaan Rabbii fidan daraaraan duraa kee ta'a; namni kee ka woyyuu ta'e maruu haa nyaatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan mata'aa ka lafa isaanii keessaa, ka isaan ana Mootii Waan Maraatiif fidanu marti keeti. Nami mana keeti keessa jiru ka akka aadaa dhugeeffanna'aatitti qulqulluu te'e marti nyaatuu hin dande'a.