Numbers 18:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan loonifi, hooliyeefi laleesi goroomuma d'ale indeefatini. Horini sunini kiyya, sorio naa baasu maltani. D'iiga hori suni fulla sorio irati baasaniiti fifit'i, moora isaa gubi naa baasi, aka ch'inch'aani isii na gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ka horiin dura dhale yookaan ka hoolaan dura dhalte yookaan ka re'een dura dhalte woyyuu waan ta'aniif hin furtu; dhiiga isaanii hulee ciinca'aa irratti facaafta; cooma isaaniillee akka ciincaa urgaayaa Rabbii ta'u ibidda irratti ciincessita; foon isaanii ammo kee ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Angafi loonii, angafi hoole'ee, angafi re'e'ee ammoo woyyuu waan te'aneef wodoo hin fudhatin; dhiiga isaanii addee ciinca'aatitti fiffixi; cooma isaanille kennansa ibiddaan gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu godhiitii addee ciinca'aa irratti gubi.