Numbers 18:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Harunini jed'e, Atini d'aala tokole inargatu, lafa tokole Israeli keesa sii inkennani, d'aalti tante ana AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Aarooniin akkana jedhe, «Ati lafa isaanii keessatti ristii hin argattu; ristiin keetii fi gayeen kee ana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammalle Aaroniin, «Ati lafa Israa'elii keessaa dhaala hin fudhatu; Israa'el odduulle'etti qooda lafaa hin qabaattu. Israa'el oddu'utti ani Mootiin Waan Maraa qooda keetii fi dhaala keeti.