Numbers 18:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Anini qooda worri Israeli naa baasu ch'ufa yayu worra Lawiti kenne, waan worri Waaro Woyyuma keesa na hojatufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Leewwi'iitiifillee isaan waan daasee wol gayi'ii keessatti hojjataniif kurneessoo ijoolleen Israa'elii kennitu akka risti'iititti isaanii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lewwooti Dunkaanii Woldeenna'aa keessa waan tajaajilanuuf, waan kolbaan Israa'elii kudhan keessaa tokko naaf fiddu mara ani isaaniif dhaala godhee kenneera.