Numbers 18:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armaa achi worra Lawi ch'allati Waaro Woyyuma qorqorate huji isii ch'ufa fud'ate tolcha. Kunini seera haguma jiru tau ka ilmaani teesanileeni ch'ufti gula yau malte. Worri Lawi Israeli keesa d'aala womatu inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaa ammo daasee wol gayi'ii keessatti haa hojjatanii; isaan cubbuu kaawwanii baadhachuun isaanii ka baraa haga bara baraa ta'a; isaan ijoollee Israa'elii keessatti ristii hin argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Lewwootaa Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajilanuu ti. Isaan yakkaa achi keessatti hujanuuf itti hin gaafataman. Kun dhaloota dhufuuf seerata bara baraa ti. Isaan Israa'eloota oddu'utti lafa dhaalanu hin qabaatanu.