Numbers 18:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi anini qooda worri Israeli na baasu yayu d'aala worraa tolche. Tanaafi anini, worri kunini Israeli keesa d'aala inqabu jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa ijoolleen Israa'elii Rabbii kennitu kurneessoo; worra Leewwotaatiif ristii godhee kenneera; kanaaf isaan ijoollee Israa'elii jiddu'utti ristii dhaalaa hin argatan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Israa'elooti kudhan keessa tokko kennansa addaa godhanee ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessanu, ani Lewwootaaf kenneera; tanaaf ani isaaniin, ‹Israa'eloota oddu'utti lafa dhaaltanu hin qabaattanu› jedheera» jedhe.