Numbers 18:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani isanileeni qooda isani Israeli ira argattani keesa wa AABBO Waaqa baaftani. Qooda isani AABBO Waaqa baaftani kana qaallu Haruniti kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma isinillee kurneessoo ijoollee Israa'elii irraa argattan maraa irraa Rabbii kennitan kennaa dhiyeessitan san gadicha Aaroonii kennitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan isinille waan Israa'elooti kudhan keessaa tokko ana Mootii Waan Maraatiif fiddu, ka fudhattanu mara irraa qooda kiyya Aaronii hayyichatti kenna'a.