Numbers 18:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda kana waan waan ch'ufa ira dansa, ka isani argattani keesaa, AABBO Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa filatamee fi woyyoome ka argattan san maraa Rabbii kennitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa fudhattanu mara keessaa ka irra caalaa dansaa te'ee fi irra caalaa woyyicha te'e qooda kiyya godha'aatii dhikeessa'a.