Numbers 18:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ka si qarqaare huji Waarole qarqaaruti, ammo worri miha woyyuma ka Fulla Qulqullo, yokhaani fulla sorio irati baasani, iti d'iaachu himmalle. Yo iti d'iaattani siifi worrileeni indootani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ajaja keetii fi hujii daasee wol gayi'ii maraa haa eeganii; garuu isaan akka hin duune; isinillee akka isaan woliin hin duune, isaan gara mi'a mana woyyu'uutii fi gara hulee ciinca'aa akka hin dhiyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan itti gaafatamummaa teeti jalatti hujii dunkaani'ii hujanuutii malee, meya Addee Woyyitti'ii yookiin addee ciinca'aa tuquu hin qabanu. Yoo tuqane atii fi isaanille hin duutan.