Numbers 18:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanifi worri keesani waan hafe suni fulla feetaniti nyaad'a wonti akanatiifi wonti suni waan isani huji teesani ta Waaro Woyyumatiifi argattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinii fi maatiin keessanillee waan gatii hujii keessan ka daasee keessatti tajaajiltan ta'eef hulee marattuu hin nyaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajila isin Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiltanuuf kaffaltii waan isinii te'uuf, isinii fi maatiin teessan waan hafe san eessalle'etti nyaatuu hin dandeettan.