Numbers 18:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha si qarqaare huji Waaro Woyyuma hojatuti ammo nami d'ibiini tokoleeni siti ind'iaatini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu isinuma woliin haa jiraatanii; hujii daasee wol gayi'ii maraa haa eeganii; namni biraa gara keessan akka hin dhiyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan itti gaafatamummaa eegiisa Dunkaanii Woldeenna'aa fudhatanee, hujii dunkaanii keessatti hujatu mara hujiisaan si qarqaaran; nami gosa Lewwi'ii hin te'in ammoo si woliin hin hujin.