Numbers 18:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fiit'a tante ta gosa Lawi gosa Israeli keesa fohate sii kenne ana. Worra ya eebisani koba na baasani, aka worri huji Waaro Woyyuma hojatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani kunoo obboleeyyan teessan worra Leewwotaa ijoollee Israa'elii jiddu'uu fudhadheeraa isaan hujii daasee wol gayi'ii keessatti akka hojjataniif isaan kennaa Rabbi isinii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa obboleeyyan teessan Lewwoota, Israa'eloota oddu'uu filee, hujii Dunkaanii Woldeenna'aa keessaa akka hujanuuf isinii kenneera.