Numbers 18:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo siifi ilmaani tante ch'allati huji qaalluma ta waan sorio irati baasanifi Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo hojata. Wonti kunini huji teesani, waan anini huji qaalluma isani ch'allaa kenneefi. Ammo nama d'ibi tokole, ka miha woyyumati d'iaatu, ha ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu atii fi ijoolleen teellee hujii hulee ciinca'aa irratti hojjatamu maraa waan golga keessatti hojjatamu akka raawattan gadummaa keessan eega'aa hojjadhaa'a; gadummaan kennaa huji'iif isinii kenne; namni biraa ka gadaa hin taane yoo dhiyaate hin du'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, hujii addee ciinca'aatii fi hujii gollaa keessaa mara si'ii fi ilmaan teeti qofatti itti gaafatama. Akka isin hayyoota teetanee tajaajiltanuuf, ani hujii hayyumma'aa isiniif kenneera; isin malee nami dhibiin ka addee woyyitti'itti dhikaatu ijjeefamuu ti» jedhe.