Numbers 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Harunini jed'e, Anini waan na baasani ch'ufa, waan gubani naa baasani male, ya si kenne. Anini siifi ilmaani tanteeti kenna, aka bara ch'ufa teesanuma taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Aarooniin, «Kunoo kennaa ijoolleen Israa'elii anaaf adda baasan maraa sii kenneera; waan muudamuu keetiitii fi ijoollee teetii seera baraa hagaa bara baraa isinii ta'u isinii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Aaroniin, «Kennansa naaf dhikaatu mara irratti itti gaafatamaa si godheera; kennansa woyyicha Israa'elooti naaf kennitu mara si'ii fi ilmaan teetiif qooda yennaa maraa akka te'u kenneera.