Numbers 18:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti waan ch'ufa ira qulqullo, ka gubani sorio imbanne, teesani: mid'aani baasanifi sorio dabaani ufi iraa baasanifi waan gati baasanile wonti na kennani qulqullooni ch'ufti teetifi ta ilmaani teetiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ibidda irratti dhiyaatu ka woyyoome kee ta'a; kennaan isaan naa dhiyeessan kennaa midhaanii ka ciincaa waan cubbu'uutiif ciincessan; ciincaan waan yakkaatiif ciincessan maruu si'ii fi ijoollee teetiifillee ka woyyoome ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa irra caalaa woyyichaa ka ibiddaan hin gubanne ifiif fudhadhu; kennansa irra caalaa woyyichaa ka isaan naaf kennanu marti, kennansi midhaanii yookiin kennansi gumaa cubbu'uutiif dhikaatu yookiin kennansi isaan sababa yakka'aatiif dhikeessanu marti keetii fi ka ilmaan teetii ti.

Recommended Reading