Numbers 19:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami reefa qabate duuba ufi inqulqulleesini qulqullooniti; wonti akanatiifi bisaani nama qulqulleesa isa ira imbumne. Inni Waaro Woyyuma AABBO Waaqa t'ureesa, tanaafi herega gumi Israeli keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni reeffa nama du'ee tuqe yoo nafa ufii woyyoomfachuu baate inni hulee daasee bulti'ii batteessa; namni sun banii Israa'elii keessaa fooyamee haa baduu; bisaan isa woyyoomsu waan isa irratti hin facaaneef battummaan waan isa irra jiruuf inni battaaya'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami reeffa namaa tuqee adoo ifi hin qulqulleessin hafe, dunkaanii dhugaa bayaa tiyya hin batteessa; inni kolbaa Israa'elii keessaa bawuu ti. Bisaan ittiin qulqulloomiisaa isatti waan hin fiffixaminiif, battummaan isaa isuma irratti hafa.