Numbers 19:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami waaro keesati due, nami hojja suni isa bira jiru yokhaani ka hojja suni iti olseenu, haga bulti torba qulqullooma inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri nama daasee wol gayi'ii keessatti du'ee kana; namni daasee wol gayi'ii keessa seenuu fi ka achi keessa jirullee haga guyyaa torbaa hin baattaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko dunkaanii keessatti yennaa du'u seerri muummeffamu ka asii gad jiru: Nami tokko dunkaanii keessatti yoo du'ee, nami dunkaanii keessa jiru yookiin nami gara dunkaanii sanii seenu guyyaa torbaaf qulqullu'uu moti.