Numbers 19:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami nama nami ijeese qabate yokhaani nama alati due, yokhaani ammalle yo nami lafe namaa yokhaani awaala nama qabate, nami suni haga bulti torba qulqullooma d'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka raasa'atti guraade'een ajjeefame, ka reeffa tuqe, ka lafee nama du'ee tuqee fi ka awwaala tuqe haga guyyaa torbaa hin battaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nama shallaaga'aan diidatti ijjeefameeru yookiin nama akkasumaan du'eeru yookiin lafee namaa yookiin irreensa namaa tuqe, guyyaa torbaaf qulqullu'uu moti.