Numbers 19:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki nama suni qulqulleesani, ha daara saa diima gubani dabaani nama iraa baasani kaani fuud'ani okote keesa kayani, bisaani guraacha iti daraniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daaraa raada gubattee ta cubbuu'uun woyyoomsu'uuf kaayanii nama battaaye sanitti fidanii meeshaa bisaan burqaa keessa jirutti makan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama san qulqulleessiisaaf, daadhaa goronsa arrowaa ka cubbuu ittiin qulqulleessiisaaf gubate irra diqqaan isaa fuudhamee, okkote'etti naqamee, bisaan maddaa itti naqamuu ti.