Numbers 19:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini aadaafi seera AABBO Waaqi kenne; waan atini worra Israelitini jettu, saa diima aabo womatu inqamne ka takaa lenjisani qaampara ira inkayinini kooti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri Rabbi ajaje kana; raada arrawa mudaa hin qabne ta qola'aan hin qabamne michuu akka sii fidan ijoollee Israa'eliititti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kun qajeelfama seeraa ka ani ajaje: Goronsa arrowa komii hin qanne, ka waanjoon mormarra keyamee hin beenne akka fidanu Israa'elootatti himi.