Numbers 2:17 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa worri Leewwotaa ganda keessa hulee daasee wol gayi'ii jiddu'uun deema; namni maruu akkuma ganda isaaniitiin malkata adda isaan godhu harkatti qabatanii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Dunkaaniin Woldeenna'aatii fi goliin Lewwootaa golii worra qaraatii fi golii worra duubaa wodhakkaa deeman. Isaan adduma addaan bayanee akkuma dur addee quttuma ifii jiranuutitti baandiraa ifii qabatanee hin deeman.