Numbers 2:25 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gara mirgaatitti duultota isaanii woliin waan adda isaan godhu qabatanii quphatan malkata ganda gosa Daaniiti; bulchaan ijoollee Daanii ilma Amisaadaayii Aki'eezar ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goliin quttuma gosa Daanii loltoota ifii woliin gara kaabaatiin, baandiraa ifii jala hin qubatan. Sooressi kolbaa Daanii ilma Amiishadaayii Ahii'ezer.