Numbers 2:31 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganda gosa Daanii keessaa worri laakkayan maruu kuma dhibba tokkoof shantamii torbaa fi dhibba jaha turan; isaanillee malkata isaanii qabatanii maayessaan deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Quttuma Daanii keessaa dhiirti akka golii golii isaaniititti worri laakkowamane 157,600. Isaan dhuma irra baandiraa ifii qabatanee hin bayan.